15129. Goofta Jalatti Ni Baqannaa

1 Goofta jalatti ni baqannaa da’oo keenyaa rakkinatti
Badisa iraa inni nu eegaa da’oo keenyaa rakkinatti.

Buufata:
Hirkoo keenyaa yeroo gidiraa yeroo aduu gaddiisa keenyaa
Nuu geggeessa kara keenyaa irrattii da’oo jireenya rakkinatti.

2 Halkani fi guyyaa nuu eega da’oo keenyaa rakkinatii
Gaddaa fi dhiphinaa nuraa fudha da’oo keenya rakkinatii. [Buufata]

3 Da’oo guddaan yoo nu qabee da’oo keenyaa rakkinnitii
Waaqaa birratti ni baqannaa da’oo keenyaa rakkinati. [Buufata]

4 Da’oo keenyaa gooftaan keenyaa da’oo keenya rakkinati
Gargaarsaa keenyaa nuuf ta’a da’oo keenyaa rakkinatii. [Buufata]

Text Information
First Line: Goofta jalatti ni baqannaa da’oo keenyaa rakkinatti
Title: Goofta Jalatti Ni Baqannaa
English Title: The Lord's our rock, in him we hide
Author: Vernon J. Charlesworth
Translator: Unknown
Refrain First Line: Hirkoo keenyaa yeroo gidiraa yeroo aduu gaddiisa keenyaa
Language: Oromo
Copyright: Public Domain
Tune Information
Name: [Goofta jalatti ni baqannaa da’oo keenyaa rakkinatti]
Composer: Ira D. Sankey
Key: F Major or modal
Copyright: Public Domain



Media
MIDI file: MIDI
More media are available on the tune authority page.

Suggestions or corrections? Contact us